Bu’aa Barnoonni qabu

Nabiin Rabbii (ASW) Hadiisa Bukhaarii keessatti “Irra caalaan keessan nama Qur’aana baratee barsiise” jedhan. Mana keessan teettanii diinii islaamaa barachuufi barsiisuuf page kana like godhaa. Qur’aana qara’uu, ajaa’iba Qur’aana keessa jiru barachuu, Barnoota Salaataa, Sooma, Zakaa, Hajjii, Nikaaha, Faraa’ida, Hukmiiwwan gurguddoo muslima hundaaf barbaachisu, barnoota dhimma yerootiin wal-qabatuu fi Gaaffii fi deebii barbaachisaa akkasumas mata dureewwan barbaachisaa ta’e karaa gabaabaa ta’een mana taa’aa hordofaa. Waan barattan immoo barsiisuun dirqama islaamummaa isinirra jiru bahaan dhaamsa keenya. Allaahu-Akbar!

Published by BARNOOTA DIINII ISLAAMAA DAARUL-HIKMAA

Barnoota murteessaa muslimni hundi beekuu qabu

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

Create your website with WordPress.com
Get started
%d bloggers like this: