Yeroo dachiin gogdee fi roobni dhabame salaata kadhaa roobaa (istisqaa’aa) salaatuun sunnaadha. Yeroon, akkaataa fi hukmiin isii salaata iidaatiin wal-fakkaata. Garuu isii tana keessatti salaata booda kuxbaa tokko qofatu godhama.
Barnoota Murteessaa muslimni hundi beekuu qabu